Revelation 6:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba, moototi lafaa, bulchitooti, abbootiin duulaa, dureeyyiin, hunnaammeyyiin, garbichaa fi ka garbicha hin te'in marti, godootaa fi rassoota gaarotaa keessa dhokatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyoota lafatiifi jara lafa fidufi askarti gugurdofi dureeyifi worra gugurdafi nami ch'ufti, tisseefi balchaleeni, goda gaara jalati d'eete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan hayyootii lafaa, jarii lafa fidu, warri warraanaa gugurdaa, dureeyyiin, warra jajjabaan, namii cuftii, tissee fi balchaalleen, goda gaara jalaatti deemtee dhokatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni lafaa, bulchoonni, ajajoonni, loltuun kumaa, dureeyyii, jajjaboonni, garboonni, gooftonni maruu goda gaarran dhaga'aa keessatti dhokatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootonni lafaa, bulchoonni, ajajoonni, loltuun kumaa, dureeyyii, jajjaboonni, garboonni, gooftoonni maruu goda gaaroota dhaga'aa keessatti dhokatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nugusonni arddi'ii, bulchitoonni, itti gaafatamoonni woraanaa, dureessitoonni, jajaboonni, tajaajilttootaa fi goofttonni marri'llee, godootaa fi gaarotaa keessatti ni dhokatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba, moototi lafaa, bulchitooti, abbootiin duulaa, dureeyyiin, hunnaameyyiin, garbichaa fi ka garbicha hin te'in marti, godootaa fi rassoota gaarotaa keessa dhokatane.