Revelation 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan guddaan isaan mufatanu geyeera; eentu dura dhaabbachuu dande'a ree?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi guyyaani guddaani worrati dalanani ya d'ufe. Eentu dandae dura eja? jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan dallansuu guddaan ya dhufee, eentu dandaa'ee dura ejja ree?” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan lola gudda'aa waan dhufeeruuf, eentu dhaabatuu danda'a?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaan lola gudda'aa waan dhufeeruuf, eentu dhaabatuu danda'a?» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaan ol aanaan dheekkamssaa dhufee jira, eennutu obissee isa durana dhaabachu'uuf uggee ree?» isaaniin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan guddaan isaan mufatanu geyeera; eentu dura dhaabbachuu dande'aa ree?» jedhane.