Revelation 6:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Hoolichi sun chaappaa arfeesso'oo bane, dadaan arfeesso'oo, “Koy!” jedhuun dhage'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ilmeeni Hoola beesisa afreeso ch'absite; waan lubbu qaba ka afreeso ka kooti naani jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Elemoo hoolaa beessisa afreessoo banee; waan lubbuu qabaa kaan ka afreessoo ka, “Kootti” jettu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa chaappaa arfeesso'oo hiike laagaan busaayaa arfeesso'oo hennaa, «koottuu laali» jedhu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa chaappaa arfaffa'aa hiike laagaan busaayaa arfaffa'aa koottuu laali hennaa jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hoolichi chaaphaa arfaffaa yeroo banetti qooniqqi bineenssa arfaffaa, «Koottu!» yoo jedhu ni dhagaye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Hoolichi sun chaappaa arfeesso'oo bane, dadi arfeesso'oo, «Koy!» jedhuun dhage'e.