Revelation 7:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan qoonqoo guddo'oon, “Fayyinni Waaqa keenna ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeruu fi Hoolicha biraa dhaggama!” jedhanee iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo guddooni iyani waan jed'ani, Baafami gara Waaqa keenna, ka barch'uma guddinna gubba taufi gara Ilme Hoolati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Baafamii gara Waaqaa keennaa, ka barcumaa guddinnaa gubbaa taa'uuf gara elemoo hoolaa” jedhani qoonqoo guddoon iyyan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa gudda'aan, «Fayyinni Waaqa keenna ka teessoo irra ta'ee fi ka hoolaa Rabbiiti» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaa gudda'aan, «Fayyinni Waaqa keenna ka teessoo irra ta'ee fi ka hoolaa Rabbiiti» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
qoonqqa ol aana'aan iyyaa'llee, «Fayyisiinssi ka teessoo irra ka taa'ee jiru, Waaqa keennaaf Hoolichaati!» ni jedhan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qoonqoo guddo'oon, «Fayyinni Waaqa keenna ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeruu fi Hoolicha biraa dhaggama!» jedhanee iyyane.