Revelation 7:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti Waaqaa martinuu naannoo barcumaa mootumma'aa, maanguddootaatii fi dadaa lubbuu qaddu arfanii dhaabbataneeraniiyyu; barcumaa mootummaa Waaqaa duratti addan gad gombifamanee Waaqaaf sagadanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani ch'ufti barch'uma guddinnatiifi jaarolefi waan lubbu qaba afraani kaani marsite, barch'uma guddinna durati jidde Waaqa guddifte, waan jette,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eergamtootii cufti barcumaa guddinnaa, jaarroollee fi waan lubbuu qabaa afraan kaan marsitee, barcuma guddinnaa duratti jiddee Waaqaa wayyoomsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkonni maruu naannoo teessoo manguddootaatii fi busaayota arfaanii dhaabatanii turan. Afoo teesso'ootitti kallachaan gad kufanii Rabbii sagada'aa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkoonni maruu naannoo teessoo manguddootaatiif, busaayota arfaanii dhaabatanii turan. Afoo teesso'ootitti kallachaan gadi kufanii Rabbii sagada'aa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkoonni marri teessoo isaatii fi jarsotii, bineensota arfan naanaya'llee dhaabatanii jira ture, teessoo isaa duranatti'llee kallacha isaaniitiin gonbbifamanii, Waaqaaf ni sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti Waaqaa martinuu naannoo barcumaa mootumma'aa, maanguddootii fi dadi lubbuu qaddu arfan dhaabbataneeraniiyyu; barcumaa mootummaa Waaqaa duratti addaan gad gombifamanee Waaqaaf sagadanee,