Revelation 7:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba maanguddoota keessaa tokkochi, “Worri woyaa adii uffateeru kun eennu fa'a? Eessaa dhufane?” jedhee na gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarsi toko waan na gaafate, worri woya adaadi qabu suni eennu? Worri eesaa d'ufe? jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaarsii tokko, “Warrii wayaa adaadii qabu sun eennu? Warrii eessaa dhufe?” jedheetti na gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoota keessaa tokko deebisee, «Kunniin ka uffata adii uffatan eennuun fa'a? eessaa dhufan?» naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manguddoota keessaa tokko deebisee, «Kunniin ka uffata adii uffatan eennuun fa'a? eessaa dhufan?» Naan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaarsotii keessaa tokko gara kiyya deebi'ee, «Kunniin uffata adii ka uffatan eennu fa'a ree? eessaa'llee dhufan?» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba maanguddoota keessaa tokkochi, «Worri woyaa adii uffateeru kun eennu fa'a? Eessaa dhufane?» jedhee na gaafate.