Revelation 7:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Anille, “Goottaa kiyya, si'ittuu beeka” jedheen. Innille, “Isaan worra rakkinna guddaa keessaa bayanee dhufane; woyaa ifiille dhiiga Hoolichaatiin dhiqatanee addeeffataneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Anini imbeekhu, siti beekha. Inni waan naani jed'e, Kunini worra nagayaani gaargala jala bahe. Worri woya miich'ate d'iiga Hoolatiini adefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo, “Ani hinbeeku, sitti beekaa” jedheetti deebiseef. Innii, “Kunin warra nagayaan gaargala jalaa bahe. Warrii wayaa miicatee dhiiga Hoolatiin adeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Gooftaa kiyya, situ beeka» jedheen. Innillee akkana naan jedhe, «Kunniin worra rakkoo guddaa keessaa dhufan. Uffata ufiillee miicanii dhiiga hoola'aatiin qulqulleessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee, «Gooftaa kiyya, situ beeka» jedheen. Innillee akkana naan jedhe, «Kunniin worra rakkoo guddaa keessaa dhufan. Uffata ufiillee miicanii dhiiga hoola'aatiin qulqulleessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee, «Yaa Gooftaa, ati ni beekita» ni jedheen. Inni'llee akkana naan jedhe, «Kunniin rakkinna ol aanaa bira dabrranii worra dhufan, uffata isaanii'llee diiga Hoolichaatiin miicanii, adii taasisaanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille, «Goottaa kiyya, si'ittuu beeka» jedheen. Innille, «Isaan worra rakkinna guddaa keessaa bayanee dhufane; woyaa ifiille dhiiga Hoolichaatiin dhiqatanee addeeffataneeran.