Revelation 7:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille, Hooleen odduu barcumaa mootumma'aa jiru tissee isaanii hin te'a; gara madda bisaan jiru'uulle isaan hin geessa. Waaqille ila isaanii irraa imimmaan mara hin haqa” anaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi Ilmeeni Hoola ta jiddu barch'uma guddinna jirtu worraa tissite, gara bisaani jireenna geesiti; duuba Waaqi imimaani ch'ufa ila worra iraa haaqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii akkanatiif elemoon Hoolaa ka jidduu barcumaa guddinnaa jiruu warraa tissee, gara bisaan jireenna geessa; duuba Waaqii imimaan cufa ila warraa irraa haaqa” naan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hoolaan teessoo wodhakkaa jiru tissee isaanii ta'a. Gara burqaa bisaan jireennaa isaan geessa; Rabbillee imimmaan maraa ija isaanii irraa haqa.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hoolaan teessoo wodhakkaa jiru tissee isaanii ta'a. Gara burqaa bisaan jireennaa isaan geessa; Rabbillee imimmaan maraa ija isaanii irraa haqa.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
teessicha jidduu Hoolichi jiru'llee tissee isaanii ni ta'a, gara burqqaa bishaan jireennaa'llee isaan ni eemara, Waaqinni'llee imimmaan isaanii mara ija isaanii irraa, isaaniif ni haqa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille, Hoolichi odduu barcumaa mootumma'aa jiru tissee isaanii hin te'a; gara madda bisaan jiru'uulle isaan hin geessa. Waaqille ila isaanii irraa imimmaan mara hin haqa» anaan jedhe.