Revelation 7:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ergamaan Waaqaa ka dhibiin ka chaappaa Waaqa jiraata'aa qabu gara aduun baatuun dhufuun dhagge; innille, ergantoota Waaqaa arfan, ta akka lafaa fi abbaayaa guddoo miidhanuuf baalliin isaanii kennanteen, qoonqoo ol qabatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini malaika d'ibi ta gara ilaboruti d'uftu, ta beesisa Waaqa jiru harkaa qabdu arge. Isiini qonqo guddooni malaika afraani ta Waaqi jabeenna lafafi galaana balleesitu kenneefi taani yaamte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ergmaa tokko ka Waaqaa jiraataa biraa beesisa fudhatee gara ilaboruutii dhufuu jiru arge. Innii qoonqoo guddoon ergamtoota afraan ta Waaqii jabeenna lafaa fi galaanaan balleesitu kenneef taan yaamee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan biraa ka chaappaa Waaqa jiraata'aa qabu gara baya biiftu'uutii hennaa bayu arge. Maleekkota arfan lafaa fi galaana miidhu'uuf baalliin kennameefiitti laagaa gudda'aan iyya'aa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan biraa ka chaappaa Waaqa jiraata'aa qabu gara baya biiftu'uutii hennaa bayu arge. Maleekkota arfan lafaaf Galaana miidhu'uuf baalliin kennameefiitti laagaa gudda'aan iyya'aa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Chaaphaa Waaqa jiraata'aa ka qabatee jiru maleyikkaan bira'aa'llee gara baya adu'uutii yoo dhufu ni argge, arddi'ii fi garba ciisaa akka miidhaniif gara isaan aangoon kennameefii gara maleyikkoota arffanii qooniqqa isaa ol fudhatee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Waaqaa ka dhibiin ka chaappaa Waaqa jiraata'aa qabu gara aduun baatuun dhufuun dhagge; innille, ergantoota Waaqaa arfan, ta akka lafaa fi abbaayaa miidhanuuf baalliin isaanii kennanteen, qoonqoo ol qabatee,