Revelation 7:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gosa Yihudaa keessaa kuma kudha lama, gosa Ruubenii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Yuda kunki kud'ani lamaati, nami beesisa qabu; gochiti Reubeni kunki kud'ani lamaati; gochiti Gadi kunki kud'ani lamaati;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gochitii Yahudaa kuma kudhanii lamaati, namii beesisa qabu; gochi Ruuben kuma kudhanii lamaati; gochitii Gaadi kuma kudhanii lamaati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Yihuuda'aa keessaa kuma kudha lama; gosa Roobeelii keessaa kuma kudha lama; gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama; gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gosa Yihuuda'aa keessaa kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama, gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gosa Yihuda'aa keessaa ka chaapheffaman kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Yihudaa keessaa kuma kudha lama, gosa Ruubenii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,