Revelation 7:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama, gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gochiti Asheri kunki kud'ani lamaati; gochiti Naftali kunki kud'ani lamaati; gochiti Manase kunki kud'ani lamaati;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gochitii Asheer kuma kudhanii lamaati; gochitii Niftaalem kuma kudhanii lamaati; gochitii Minaasee kuma kudhanii lamaati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama; gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama, gosa Niftaalemii keessa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama, gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,