Revelation 7:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
gosa Zebuloonii keessaa kuma kudha lama, gosa Yoseef keessaa kuma kudha lama, gosa Beniyaaminii keessaa kuma kudha lamatti chaappaan dhowame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gochiti Zabuloni kunki kud'ani lamaati; gochiti Yusufu kunki kud'ani lamaati, gochiti Benjamini kunki kud'ani lamaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gochiti Zebuloon kuma kudhanii lamaati; gochiti Yoseef kuma kudhanii lamaati, gochiti Beniyaamin kuma kudhanii lamaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Zaabiloonii keessaa kuma kudha lama; gosa Yooseefii keessaa kuma kudha lama; gosa Biiniyaamii keessaa kuma kudha lamaatitu chaappeeffame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gosa Zaabloonii keessaa kuma kudha lama, gosa Yooseefii keessaa kuma kudha lama, gosa Biiniyaamii keessaa kuma kudha lamaatitu chaappeeffame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gosa Zaabiloonii keessaa kuma kudha lama, gosa Yooseefii keessaa kuma kudha lamaa fi gosa Biiniyaamii keessaa'llee, kuma kudha lama ni turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa Zebuloonii keessaa kuma kudha lama, gosa Yoseef keessaa kuma kudha lama, gosa Beniyaaminii keessaa kuma kudha lamatti chaappaan dhowame.