Revelation 8:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Hoolichi chaappaa torbeesso'oo bane, ol-gubba'atti gara daqiiqaa soddoomaa cadheessi te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmeeni Hoola beesisa torbeeso ch'absinnaani woniti ch'ufti gubbaa Ch'aqali jette ch'allifte haga nusa saa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Elemoon hoolaa beessisa torbeessoo bannaan haga wadhakkaa saa'ati wantii cuftii gubbaa caqali jette callifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa chaappaa torbeesso'oo hiike haga wodhakkaa sa'aatii tokko samii irratti hin cadhifame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa chaappaa torbaffa'aa hiike haga wodhakkaa sa'aatii tokko samii irratti hin cadhifame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hoolichi caaphaa torbaffaa yeroo banetti haga wolakkaa saa'aati'iif sami'itti caldhisiinssi ni ta'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Hoolichi chaappaa torbeesso'oo bane, ol-gubba'atti gara daqiiqaa soddomaa cadheessi te'e.