Revelation 8:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maqaan urjii saniille, “Hadheesso” jedhama. Bisaanille harka sadi keessaa harki tokko hadhowaa te'e; bisaan hadhowaa waan te'eef namooti hedduun du'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani urji suni Had'aa. Qoodi sadeeso ka bisaani had'ae, nami hedduuni ka bisaani suni d'uge raawate, waan guddo had'aniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maqaan urjii sunii “Hargeessa” jedhan; bisaalleen harka sadii keessaa harkii tokkoo gara hadhaa jijjiiramanii, waan bisaan guddoo hadhaa'aniif namii hedduun bisaan sun dhugeelleen inraawwate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaanillee sadihi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bisaanillee sadi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maqaan urjjichaa'llee «Hadheeso» ni jedhama, harka sadihi keessaa harki tokkoon bishaanii'llee hadhaayaa ni ta'e, waayee bishaan hadaayaa ta'eetiin'llee, namoonni baayi'een ni du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan urjii saniille, «Hadheesso» jedhama. Bisaanille harka sad keessaa harki tokko hadhowaa te'e; bisaan hadhowaa waan te'eef namooti hedduun du'ane.