Revelation 8:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Aarri hixaanaalle daadimata worra Waaqaaf woyyoomee woliin harka ergamaa Waaqaa irraa gara fuula Waaqaa ol ka'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aari hit'aana aarsani kad'acha jara qulqullo woliini oli deeme, harka malaika fuula Waaqa dura ejitu keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aarii hixaana aarsanii kadhachaa warra qulqulloo waliin harka ergamaa sun keessaa gara fuula Waaqaa olka'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aarri hixaanaa faatee woyyoota woliin harka Maleekka'aatitti afoo Rabbiititti ol baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aarri hixaanaa faatee woyyoota woliin harka Maleekka'aatitti afoo Rabbiititti ol baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Aarri ixaanaa kadhannaa Qulqullu'uu woliin harka maleyikkichaatii, gara durana Waaqa titti ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aarri hixaanaalle daadimata worra Waaqaaf woyyoomee woliin harka ergamaa Waaqaa irraa gara fuula Waaqaa ol ka'e.