Revelation 9:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka makkaa eege'ee fi ilkattii qaban. Hunni isaan ittiin namoota ji'a shan farrisiisanulle eegee isaanii irra jirti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni eege aka qanjibu ta namaani ch'iniinu qaba, inni eege tanaani jabeenna haga jia shani ch'ufa namaani gaargalchani qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii eegee akka qaanjibbuu ta namaan ciniinu qaba, innii eege tana keessaa jabeenna haga jiha shanii cufa namaan gaargalchan qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegeen isaanii akka eegee buuti'iiti. Eegee isaanii irra woraanatu jira; namootallee haga ji'a shanii miidhu'uuf baallii qaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegeen isaanii akka eegee buuti'iiti. Eegee isaanii irra woraanatu jira; namootallee haga ji'a shanii miidhu'uuf baallii qaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka eegee qaajjibbu'uu titti waan ittiin iddan ni qaban ture, eegee isaanii keessatti namoota ji'a jahaaf huminna ittiin miidhan, ni qaban turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka makkaa eege'ee fi ilkattii qaban. Hunni isaan ittiin namoota ji'a shan farrisiisanulle eegee isaanii irra jirti.