Revelation 9:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Aanneen qaraa dabarteerti; kunoo kanaan duuba ammalle aanneen lama ta dhibiin hin dhutti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargali qara ya hobae; eegi waan kana gaargala lama d'ibiti hafe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargalii qaraa ya hobba'e; eegii waan kanaa gaargala lama dhibiitti hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aanne'een duraa lufteerti. Kunoo asiin maayii ammallee aanne'ee lamatu dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aanne'een duraa lufteerti. Kunoo asiin maayii ammallee aanne'ee lamatu dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uunisha'aan jalqabaa dabrree jira, kunoo kanaan duubatti uunishaan bira'aa lama ufi durana ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aanneen qaraa dabarteerti; kunoo kanaan duuba ammalle aanneen lama ta dhibiin hin dhutti.