Revelation 9:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyii namaa harka sadi keessaa harka tokko akka ijjeesanuuf, sa'aatii tanaaf, guyyaa kanaaf, ji'aa kanaa fi woggaa kanaaf, ergantooti Waaqaa arfan ta qophoyaneeranu hiikamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba malaika afraani taani gadi lakisani; maro hojja tanaafi guyya kanaafi, jia kanaafi ganna kana isii kurfeesani aka qooda sadeeso ka nama lafaa fit'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba ergamtootii afraan taan akka warrii nama lafaa harka sadii keessaa harka tokko ijjeessuuf, gad lakkisan. Yo kanaa, guyyaa kanaa, jiha kanaa fi ganna kanaa warra kurfeessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkonni afurii namoota sadihi keessaa harka tokko akka ajjeessan sa'aatii, guyyaa, ji'aa fi wogga'aafillee worri qophaayanii turan hin hiikkaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkoonni afurii namoota sadi keessaa harka tokko akka ajjeessan, sa'aatii, guyyaa, ji'aa fi wogga'aafillee worri qophaayanii turan hin hiikkaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'aatii kanaa fi guyyaa kanaaf, ji'a kanaa fi woggaa kanaaf ka qophaayan maleyikkoonni arfan, fiixaa namaa harka sadihi keessaa harka tokko akka ajjeesaniif, ni hiikaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii namaa harka sad keessaa harka tokko akka ijjeesanuuf, saatii tanaaf, guyyaa kanaaf, ji'aa kanaa fi woggaa kanaaf, ergantooti Waaqaa arfan ta qophowaneeranu hiikamane.