Revelation 9:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani laakkossa loltoota fardaan loltuulle dhage'e; laakkosi isaanii miloonii dhibba lama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Henna nama duula ka fardaani yau nati himnaani; milioni d'ibba lamaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Henna nama duulaa ka fardaan yaa'u natti himnaan; milliyoon dhibba lamaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laakkobsi loltuu farado'oollee shikita hennaa shikitaa, shikita hennaa shikitaati jedhu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laakkofsi loltuu farado'oollee shikita hennaa shikitaa, shikita hennaa shikitaa ti jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baayi'inni hoomaa worra farado'oo miliiyoona kuma dhibba lama ta'uu isaa, ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani laakkossa loltoota fardaan loltuulle dhage'e; laakkossi isaanii miliyoonii dhibba lama.