Revelation 9:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Balaa sadiin afaan fardo'oo keessaa bayeen, jechuun ibiddaan, aaraa fi dhakaa bobe'uun sanyiin namaa harka sadi keessaa harki tokko ijjeeffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda sadeeso ka nama lafaa gaargali kunini sadeenu balleese: ibidafi aarafi qanqeeni afaani fardoole keesaa yaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama lafa tanaa harka sadi keessaa harki tokkoo balaa sadeen afaan fardoolee keessaa yaatu; ibidda, aaraa fi dhakaa boba'aa baqee lola'utti obbaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badiin sadiin afaan isaanii ibiddaa fi aara dhagaa ibiddaatiin ajjeefame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badiin sadiin afaan isaanii ibiddaaf, aara dhagaa ibiddaatiin ajjeefame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ibidda afaan isaaniitii baasaniin, aaraa fi dinni'iin, balaawwan kanniin sadiin kanaan, fiixaan ilma namaa harka sadihi keessaa harki tokko ni ajjeefame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balaa sadiin afaan fardo'oo keessaa bayeen, jechuun ibiddaan, aaraa fi dhakaa bobe'uun sanyiin namaa harka sad keessaa harki tokko ijjeefante.