Revelation 9:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille hunni fardoo sanii afaanii fi eegee isaanii keessa jirti; eegeen isaanii bofa fakkaatti; isiille mataa waan qadduuf, isaan isi'iin kolbaa miidhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeenni fardoole afaanifi eege isii keesa jira. Eegeeni worra aka bofa jirti, mata qabdi, eege tanaani nama lafaa balleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jabeennii fardoolee afaanii fi eegee isii keessa jira. Eegeen isii akka bofaa jirti, mataa qabdi, eegee tanaan nama lafaa miiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalliin farado'oo afaan isaaniitii fi eegee isaanii irra waan ta'eef eegeen isaanii bofa fakkaata. Mataallee hin qaban, sanniinillee hin miidhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baalliin farado'oo afaan isaaniitiif eegee isaanii irra waan ta'eef, eegeen isaanii bofa fakkaata. Mataallee hin qaban, sanniinillee hin miidhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Huminni farado'oo afaan isaaniitii fi eegee isaanii irra ture, eegeen isaanii'llee bofa ni fakkaata mataa bofaa'llee ni qaba, nama'llee ka miidhan isaan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille hunni fardoo sanii afaanii fi eegee isaanii keessa jirti; eegeen isaanii bofa fakkaatti; isiille mataa waan qadduuf, isaan isi'iin kolbaa miidhan.