Revelation 9:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ijjeechaa, xanuu, sagaagaluu yookiin hatuu irraa hin deebine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijeechafi falfalafi algaloomafi hanna tolchani, tokole iraa indeebine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijjeechaa, falfalaa tolchaan, sharmuxoomaa fi hanna tokkolle irraa hindeebine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ajjeesuu isaaniillee, yookaan waan asmaa isaanii, yookaan waan seebaruu isaanii, waan hatuu isaaniitiifillee aagii hin galle.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan ajjeesuu isaaniillee yookiin waan asmaa isaanii yookiin waan seebaruu isaanii waan hatuu isaaniitiifillee aagii hin galle.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana lubbuu ajjeefttummaa isaanii, falfaalaa isaanii, sagaagalttummaa isaaniitii fi hattummaa isaanii irraa gara Waaqaa titti hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ijjeechaa, xanuu, sagaagaluu yookiin hatuu irraa hin deebine.