Revelation 9:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Aara san keessaa awwaannisooti bayanee lafatti bu'ane; baalliin akka baallii makkaa jirtu kennanteef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaanisi aara kaani keesaa lafati baafate, jabeenna aka qanjibu kennaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Awwaannisii aara kaan keessaa lafatti baafatee, jabeenna akka qaanjibbuu kennaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aara san keessaa Awwaannifni gara lafaa bayee akkuma buutiin lafaa baallii qaban baalliin isaanii kenname.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aara san keessaa Awwaannifni gara lafaa bayee akkuma buutiin lafaa baallii qaban baalliin isaanii kenname.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Aara keessaa'llee awaannisoonni arddii irratti ni bayan, huminna qaajjibuuwwan arddi'ii ka fakkaatu'llee isaaniif ni kenname,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aara san keessaa awwaannisooti bayanee lafatti bu'ane; baalliin akka baallii makkaa jirtu kennanteef.