Revelation 9:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Awwaannisooti fardoo lolaaf qophootte fakkaatan; mataa ifii irralle'etti waan akka kallacha worqi'ii fakkaatu keyataneeran; fuulli isaaniille fuula namaa fakkaata;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaanisi aka fardo lola kurfoofte jira; mata ira waan aka sure hayyuma ta worqi qaba. Fuuli worra aka fuula nama jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Awwaannisii akka fardoo lolaa kurfeeffattee jira; mataa irraa waan akka surree hayyummaa ta warqii qaba. Fuulii isaa akka fuula namaa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban; fuulli isaaniillee akka fuula namaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban, fuulli isaaniillee akka fuula namaa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Awwaannisoonni'llee faradoo woraanaaf qophaayan ni fakkaatan turan, mataa isaanii irra waan gonfaan worqqi'ii fakkaatutu jira ture, fuulli isaanii fuula namaa ni fakkaata ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Awwaannisooti fardoo lolaaf qophootte fakkaatan; mataa ifii irralle'etti waan akka kallacha worqi'ii fakkaatu keyataneeran; fuulli isaaniille fuula namaa fakkaata;