Revelation 9:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
rifeensi isaanii akka rifeensa mataa dubarti'ii fakkaata; ilkaan isaaniille ilkaan neenqaa fakkaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rifeensi worra aka rifeensa nad'eeni jira, ilkaani worra aka ilkaani nyeench'a jirani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Rifeensii isaa akka rifeensa nadheenii jira, ilkaan isaa akka ilkaan nyeencaa jiran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban; ilkaan isaanii akka ilkaan leencaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban Ilkaan isaanii akka Ilkaan leencaa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
rifeenissa mataa dubartti'ii ka fakkaatu rifeenissa ni qaban turan, ilkaan isaanii'llee ilkaan leenccaa ni fakkaata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
rifeensi isaanii akka rifeensa mataa dubarti'ii fakkaata; ilkaan isaaniille ilkaan neenqaa fakkaata.