Romans 1:10 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi fedha ifiitiin dhuma irratti akka ani amma dhufee isin dhagguuf akka na dandeessisu gaafadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja kad'ad'u ch'ufa isani qaabad'u imbeekha. Anini Waaqa kad'ad'a aka fed'i isaa gula inni na dandeesise, anini amma gara keesani d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo kadhadhu cufaa isan qaabadhu inbeeka. Akka fedhii isaa gula innii na dandeesisee, anin amma gara keessan dhufuu anin Waaqaa kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana amma muummee irratti gara keessan dhufu'uuf, fedhii Waaqaa ta'ee karaan kiyya akka naa qajeeluuf, yeroo mara ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi fedha ifiitiin dhuma irratti akka ani amma dhufee isin dhagguuf akka na dandeessisu gaafadha.