Romans 1:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin jajjabeessiisaaf, eebba Ayyaanaa isiniin geyiisaaf, ani isin dhaggiisaaf guddoo barbaadeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi anini guddo isani argu fed'a, aka kenna Lubbu ta isani jabeesitu isanii kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif anin guddoo isan arguu fedha, akka kennaa hafuuraa ka isan jabeessu isanii kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isin jabaattaniif kennaa Ayyaanaa isinii qoodu'uuf isin arguu hawwa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka isin jabaataniif kennaa Ayyaanaa isinii qoodu'uuf isin arguu hawwa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanti'iin akka jabaattan ka isin taasisu kennaa hafuuraa akka isinii qooduuf, isin arguu ni hawwa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin jajjabeessiisaaf, eebba Ayyaanaa isiniin geyiisaaf, ani isin dhaggiisaaf guddoo barbaadeera.