Romans 1:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ani isin worra Roomaa keessa leetanuufille, Oduu Gammadaa lallabiisaaf halchaa qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini isani worra Rumile Odu Dansa guddo iti odeesu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin isan warra Roomaallee oduu dansaa guddoo itti haasa'uu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isin worra Roomaa jirtaniifillee haga naa danda'ameen Dubbii Nagayaa himu'uuf hawwuuf kanaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin worra Roomaa jirtaniif Oduu Nagayaa himu'uuf qophaayera. Kanaafuu haga naa danda'ameen worra Roomaa jirtaniifillee ammoo Oduu Nagayaa himu'uuf qophaayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf isin worra Roomaa jiraattaniif'llee, wongeela isin barsiisu'uuf ni hawwa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani isin worra Roomaa keessa leetanuufille, Oduu Gammadaa lallabiisaaf halchaa qaba.