Romans 1:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Oduu Gammadaatitti hin fokkifadhu; Oduun Gammadaa worra dhugeeffatu mara: duraan dursitee Yihudoota, akkasuma worra Yihudoota hin te'in mara fayyisiisaaf hunna Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi anini Odu Dansa iraa inch'eeru: isiini jabeenna Waaqa ka worra d'ugefate ch'ufaani baasani, qaraa fiit'e Yahudi eegi suni gosa d'ibi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin oduu dansaa irraa hinceeru; wantii akkanaatiif jabeenna Waaqaatiin qaraa fiixee Yihudii eegii sunii gosa dhibii ta dhugeeffate cufaa baasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii Nagayaatiin hin saalfadhu; dura worra Yihuudi'iitiif; akkasuma nama Giriikiitii fi worra amanu maraafuu hunni Rabbii fayyiinsaaf waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Oduu Nagayaatiin hin saalfadhu. Dura worra Yihuudiitiif akkasuma nama Giriikiitii fi worra amanu maraafuu hunni Rabbii fayyinsaaf waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani dubbii Wongeelaa titti hin saalfadhu, dubbiin wongeelaa jalqaba Yihudota, itti aansee'llee Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne, akkuma kana namoota amanan maraa fayyisu'uuf ka danda'u, huminna Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Oduu Gammadaatitti hin fokkifadhu; Oduun Gammadaa worra dhugeeffatu mara: duraan dursitee Yihudoota, akkasuma worra Yihudoota hin te'in mara fayyisiisaaf hunna Waaqaa ti.