Romans 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan namooti marroo Waaqaa beekiisaaf dande'anu, Waaqinuu waan isaanitti mudhiseeruuf, isaanitti mura.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi wonti nami waan Waaqa beekhu dandau ch'ufti diida keesa teeti Waaqati worra beesise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan Waaqiii cufaa warra garsiiseef, waan Waaqaa ka namii beekuu danda'uu cufaa warrii inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan isaanitti mudhiseef waan Rabbii beekuu danda'uun isaan biratti addaataa waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi waan isaanitti mudhiseef waan Rabbii beekuu danda'uun isaan birratti addaataa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan ka adabuuf'llee waayee Waaqaa beekuu waan qaban, Waaqinni mataan isaatuu isaaniif ibisee, ni beekan waan turaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan namooti marroo Waaqaa beekiisaaf dande'anu, Waaqinuu waan isaanitti mudhiseeruuf, isaanitti mura.