Romans 1:2 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Oduun Gammadaa tun akkuma Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffante, ta Waaqi bara heddu'uun duratti karaa raagota ifiitiin waadaa gale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Odu Dansa tana Waaqi duri afaani raagootatiini kakhate t'aafi qulqullo keesati t'aafani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Oduun Dansaa tun ta Waaqiii durii afaan raagootatiin kakate barreessii qulqulloo keessaatti barreessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Dubbii Nagayaa kana karaa raattotaatiin kitaabbilee woyyuu keessatti dursa abdii kenname.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wongeelli kun'llee ka Waaqinni karaa nabiyyootaatiin kitaabban Qulqulluu keessatti durssee ka kenne, dubbii abddi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduun Gammadaa tun akkuma Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffante, ta Waaqi bara heddu'uun duratti karaa raagota ifiitiin waadaa gale.