Romans 1:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf akka isaan nafa wolii irratti waan fokkisiisu godhanuuf, halchaa isaanii badduu ta battumma'aan guutanteef akka bitamanu Waaqi dabarsee isaan kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nami akana daalleefi, Waaqi ya worra lakise, aka waan hamtu ka garaani worraa d'araufi tolchani waan ch'eera woli tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan namii daallee akkana, ta'eef Waaqiii ya akka waan hamtuu garaan warraa dhara'eef tolchanii fi waan ceeraa ka warii wal tolchuutti lakkise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu nafa isaaniitiin akka wol shingeessaniif Rabbi qalbii isaanii keessatti fedha battummaa fooniitiif dabarsee isaan kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu nafa isaaniitiin akka wol shingeessaniif Rabbi qalbii isaanii keessatti fedha batummaa fooniitiif dabarsee isaan kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ufii isaaniitii qaama mataa isaanii irratti gochoota saalfachiisaa akka raawwataniif, Waaqinni hawwii isaanii hamaa ka battummaan keessa guuteef, bitamoota akka ta'an isaaniif ni dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf akka isaan nafa wolii irratti waan fokkisiisu godhanuuf, halchaa isaanii badduu ta battumma'aan guutanteef akka bitamanu Waaqi dabarsee isaan kenne.