Romans 1:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan kana waan hujaneef, Waaqi halchaa fokkisiittuuf dabarsee isaan kenne. Dubartiin isaanii aadaa malee dubartii woliin sagaagalte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan nami tolchuufi, Waaqi ya waan hamtu ka ch'eera worrati lakise. Nad'eeni ya aada ufi ta rifane lakifte waan aada male taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan namii tolchuutiif, Waaqiii ya waan hamtuu ka ceera warraatti lakkise. Nadheen ya aadaa ufii ta rifanoo lakiftee waan aadmalee taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi hawwii shinga'aatiif dabarsee isaan kenne. Dubartoonni isaanii hujii amala isaaniitiif ta'u waan amala isaaniitiif hin taaneen jijjiiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Rabbi hawwii shinga'aatiif dabarsee isaan kenne. Dubartoonni isaanii amala isaaniitii fi hujjii ta'u waan amala isaaniitiif hin taaneen jijjiiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni sababa kana raawwachuu isaaniitiin Waaqinni waan hin malle hawwii qaanessa'aaf dabarssee isaan ni kenne, dubarttoonni isaanii'llee wol qunnamittii uumamaan baratame dhiisanii, ka hin barataminiin ni jijjiiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kana waan hujaneef, Waaqi halchaa fokkisiittuuf dabarsee isaan kenne. Dubartiin isaanii aadaa malee dubartii woliin sagaagalte.