Romans 1:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti Waaqa beekiisa waan didaneef, Waaqi qalbii jallaammetti'iif dabarsee isaan kenne; tanaaf isaan waan hujiisaaf hin malle hujan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro biyyiti waan d'uga Waaqa barachu diddeefi, inni ya qalbi hamtuti worra lakise, tanaafi waan tolchu himmalini tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo biyyitii waan dhugaa Waaqaa barachuu diddeef, innii ya qalbii hamtuutti warra lakkise, tanaaf waan tolchuu hin malin tolchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haguma Rabbiin beekuu jibbaniin Rabbi waan hin taane akka godhan sammuu faayidaa hin qabneef dabarsee isaan kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haguma Rabbiin beekuu jibaniin Rabbi waan hin taane akka godhan samuu faayyidaa hin qabneef dabarsee isaan kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni Waaqa beeku'uuf waan hin barbaadiniif waan qaanessaa akka raawwataniif, Waaqinni waan hin fayyadineef sammuu isaan dabarssee ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Waaqa beekiisa waan didaneef, Waaqi qalbii jallaametti'iif dabarsee isaan kenne; tanaaf isaan waan hujiisaaf hin malle hujan.