Romans 1:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
hin qalbeeffatanu, waan dubbatanu hin guutanu, woli hin jaalatanu yookiin woliif naasuu hin qabanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hameenna gula yaani, kakhu ufi injabeesani, nama d'ibi inahani yokhaani iyaalani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
hameenna gula yaanii, kakuu ufii jabeessanii, nama dhibii naa'asuu yokaan qaabatoo dhaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hin hubanne, worra wolii galtee diigan, worra jaalala hin qabnee fi worra araara hin qabne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hin hubanne, worra woliigaltee diigan, worra jaalala hin qabnee fi worra araara hin qabne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka hin hubanne, woliigalttee ka diigan, jaalala ka hin qabnne, gara jabeeyyi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hin qalbeeffatanu, waan dubbatanu hin guutanu, woli hin jaalatanu yookiin woliif naasuu hin qabanu.