Romans 1:4 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
akkasuma Goottaan keenna Yesuus Kiristoos Ayyaana Woyyichaan du'a keessaa ka'iisaan, Ilma Waaqaa akka te'e hunna guddo'oon beekkameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo gara Lubbu Qulqullo gula aka inni Ilma Waaqa jabeennaani nama agarsiisani, waan duisa keesaa isa kaasaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammo gara Hafuura Qulqulloo gula waan du'aa keessaa isa kaasaniif, akka innii Ilma Waaqaa jabeennaan nama agarsiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana Gooftaan keenna Yesus Kristos hafuura qulqullummaa isaatiin du'aa ka'uu isaatiin Ilma Waaqaa ta'uun isaa, huminna ol aana'aan ni beekame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma Goottaan keenna Yesuus Kiristoos Ayyaana Woyyichaan du'a keessaa ka'iisaan, Ilma Waaqaa akka te'e hunna guddo'oon beekkameera.