Romans 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa isaatii fi maqa isaatii jedhee, worri Yihudoota hin te'in mara akka dhugeeffatuu fi ajajamu, akka ani qajeelchuuf badhaadha ergamaa te'iisaa, Waaqi anaaf kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro isaatiifi Waaqi na fohate ergattu maro maqa Kristotiifi na tolche, aka gosa ch'ufa d'ugefachiise fud'achiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo maqaa isaatiif Waaqiii akka gosa lafaa cufaa dhugeeffachiisee fudhachiisu, na foohatee ergamaa Kiristoo na tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaa fi maqaa isaatiif worra Yihuudota hin taane maraa jiddu'utti akka ajajamuun amanti'iin ta'e argamu, badhaadhuma'aa fi ergamummaa fudhanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaa fi maqaa isaatiif worra Yihuudota hin taane maraa jiddu'utti akka ajajamuun amanti'iin ta'e argamu, badhaadhuma'aa fi ergamummaa fudhanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee maqaa Kristositiif ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne marrinuu akka amananii fi akka ajajaman taasisu'uuf karaa isaatiin, kennaa isaa ka bilisaa ka ergamitumma'aaf isaan geessu fudhannee jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa isaatii fi maqaa isaatii jedhee, worri Yihudoota hin te'in mara akka dhugeeffatuu fi ajajamu, akka ani qajeelchuuf badhaadha ergamaa te'iisaa, Waaqi naaf kenneera.