Romans 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille worri Roomaa keessaa, ka Yesuus Kiristoosii akka teetanuuf Waaqi waameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo gosa ch'ufa jed'ani, isani worri Rumileeni, ka Yeso Kristoni yaame jara ufi tolche, worra suni keesa jirtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan warrii Roomaalleen warra Waaqiii akka nama Yesus Kiristoo ta'an yaame sun keessa jirtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma isinuu worra isaan jiddu'uu ka Yesuus Kiristoosii ta'u'uuf waamame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan jiddu'uu akkasuma worri ka Yesuus Kiristoosii ta'u'uuf waamamtan isin fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee ka Yesus Kristosii akka taataniif, worra Waaqinni waamee jiddu'uu turttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille worri Roomaa keessaa, ka Yesuus Kiristoosii akka teetanuuf Waaqi waameera.