Romans 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isin worra Roomaa keessa leetanu, ka Waaqi jaallatee akka kolbaa isaa teetanuuf waame maraaf: Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini gara gumi Rumi keesa jirtu ta Waaqi jaalate nama ufi tolfateti t'aafa: Waaqa Abba keennatiifi Aabbo Yeso Kristoni nagaya isanii kennina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin gara gumii Roomaa keessa jirtuu ta Waaqii jaalatee nama ufii tolfateetti cufaan: “Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus Kiristoon eebbaa fi nagaya isanii kennina!” jedhee nagayaa kiyya isanii dhaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Rabbiin jaalatamtan, woyyoota ta'u'uuf worri waamamtanii fi worri Roomaa keessa jirtan maruu, abbaa keenna Rabbii fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin biraa badhaadhaa fi nagaya argadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra Rabbiin jaalatamtan, woyyoota ta'u'uuf worri waamamtanii fi worri Roomaa keessa jirtan maruu, abbaa keenna Rabbii fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin biraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf worra Roomaa jiraattanii fi worra Waaqinni isin jaalateef worra isaa akka taataniif, ka isin waame maraaf, Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isin worra Roomaa keessa leetanu, ka Waaqi jaalatee akka kolbaa isaa teetanuuf waame maraaf: Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya kennu.