Romans 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ani gadhaa tokkochaan Oduu Gammadaa ta marroo Ilma isaa dubbattu lallabiisaan tajaajilu, akka ani yennaa mara daadimannaa tiyyaan isin qaabbadhu dhugaa tiyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi anini irre tiyya ch'ufaani hojad'e Odu Dansa Ilma isaa odeeseeti naa d'uga. Waaqi aka anini
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqiii anin irree tiyya cufaan hojjadhee oduu dansaa Ilma isaa odeesseetti naa dhugaa. Innii akka anin
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Nagayaa ka Ilma isaa ka ayyana kiyyaan tajaajilu Rabbi waan ragaa kiyya ta'eef maal laataa yoo heddu turellee gara keessan amma akka dhufu fedha Rabbiitiin karaan akka naa banamuuf Rabbiin kadhata'aa hennaa maraa yoo Rabbiin kadhadhu waan keessan uduu addaan hin kutin kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Oduu Nagayaa ka Ilma isaa ka ayyana kiyyaan tajaajilu Rabbi waan ragaa kiyya ta'eef, maal laataa yoo heddu turellee gara keessan amma akka dhufu fedha Rabbiitiin karaan akka naa banamuuf Rabbiin kadhata'aa hennaa maraa yoo faatefadhu waan keessan uduu addaan hin kutin kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo maraa kadhannaa kiyyaan akka isin yaadadhu, wongeela waayee Ilma isaa dubbatu'llee barsiisu'uun, Waaqinni onnee tiyya guutu'uun tajaajilu, ragaa kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ani gadhaa tokkochaan Oduu Gammadaa ta marroo Ilma isaa dubbattu lallabiisaan tajaajilu, akka ani yennaa mara daadimannaa tiyyaan isin qaabadhu dhugaa tiyya.