Romans 10:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Halchaan guddoon gadhaa kiyya keessa jirtuu fi daadimannaan ani gara Waaqaa daadimadhu akka kolbaan Israa'elii fayyitu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, garaani kiyya yo sila gochiti tiyya ch'ufti baafamte guddo gammada!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya, yo silaa gochii tiyya cuftii baafamte garaan kiyya guddoo gammada! Akkam Waaqaa warraa kadhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan tiyya! mishummaan fedha garaa kiyyaa waan Israa'eliitiif kadhaan ani Rabbiin kadhadhu akka isaan fayyaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleewwan tiyya mishummaan fedha garaa kiyyaa waan Israa'eliitiif kadhaan ani Rabbiin kadhadhu akka isaan fayyaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Onnee kiyya keessa ka jiru hawwii ol aana'aa fi kadhannaan gara Waaqaa dhiyeessu, Israa'eeloonni akka fayyaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Halchaan guddoon gadhaa kiyya keessa jirtuu fi daadimannaan ani gara Waaqaa daadimadhu akka kolbaan Israa'elii fayyitu.