Romans 10:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Barreeffam Woyyichi, “Nami maqaa Gootta'aa waammatu mara hin fayya” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Nami Aabbo yaamatu ch'ufti imbaafama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma barreessiin qulqulloon: “Namii Aabboo yaamatu cuftii inbaafama” jettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka maqaa Goofta'aa waamu maruu hin fayya.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ka maqaa Goofta'aa waamu maruu hin fayya.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ka Maqaa Goofta'aa waamu marrinuu ni fayya» jedhamee jiraatii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Barreeffam Woyyichi, «Nami maqaa Gootta'aa waammatu mara hin fayya» jedha.