Romans 10:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Waaqaaf akka ifi kennaneeranu ani dhugaa isaaniif baya; ammoo Waaqaaf ifi kenniis isaanii sun beekkunsa dhuga'aa irratti ka hundaayeeruu moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka worri Waaqa guddo jaalatu d'uga intahaafi. Ammo beekha gulaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka warrii Waaqaa guddoo jaalatu dhuga intaaf. Ammoo jaalaltii warraa beeka gulaaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beekumsa dhuga'aatiin waan hin taaneef malee, isaan akka Rabbiif hinaaffaa Ayyaanaa qaban anuu isaanii raga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Beekumsa dhuga'aatiin waan hin taaneef malee, isaan Rabbiif hinaaffaa Ayyaanaa akka qaban anuu isaanii raga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qajeelatti beekkomissa ta'uu dhabuu isaati malee, isaan Waaqaaf hinaaffaa hafuuraa akka qaban, ani mataa kiyyaa raagaa ni baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqaaf akka ifi kennaneeranu ani dhugaa isaaniif baya; ammoo Waaqaaf ifi kenniis isaanii sun beekkumsa dhuga'aa irratti ka hundayeeruu moti.