Romans 10:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen marroo balchummaa Seeraaf ajajamiisaan dhaggantuu, “Nami Seera muummessu mara jiru'uun le'a” jedhee barreesseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Musani t'aafe ta aka nami Seera guutu d'uga argatu tana: Nami waan Seeri jed'uuni tolchu injiraata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Muuseen waan qajeelummaa ta namii seera guutu argatuu barreessee “Namii waan seerii jedhuun tolchu injiraata” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen qajeellummaa seeraan ta'e, «Namni seera raawwatu isaan akka jireennaan jiraatan» barreesseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseen qajeellummaa seeraan ta'e, «Namni raawwatu isaan akka jireennaan jiraatan» barreesseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seera horddofu'uun waayee qulqullaawoma arigamuutiif Museen ka barreesse, «Seera ka raawwatu marrinuu lubbu'uun ni jiraata» ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen marroo balchummaa Seeraaf ajajamiisaan dhaggantuu, «Nami Seera muummessu mara jiru'uun le'a» jedhee barreesseera.