Romans 10:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Balchummaan dhugeeffanna'aan dhaggantu ammoo, “Gadhaa keeti keessatti, ‘Eentu ol-gubbaa baya?’ hin jedhin; sun, Kiristoos gad fidiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo d'ugaani nami d'ugefate argattu waan jettu, eennuti gubba d'aqa injed'ina (aka Kristo gadi buusani).
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo qajeelummaan namii dhugeeffate argattu, “Eennuutti akka Kiristoo gadi buusan gubbaa dhaqa?” hinjedhinaa jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qajeellummaan amanti'iin ta'e ammo akkana jedha, «Garaa kee keessatti, ‹Eentu gara sami'ii baya?› hin jedhin. Kun Kiristoosiin gadi buusu'uuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qajeellummaan amanta'aan ta'e ammoo akkana jedha, «Garaa kee keessatti, ‹Eentu gara sami'ii baya?› hin jedhin. Kun Kiristoosiin gadi buusu'uuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni namoota amanti'iin waayee isaan qulqullaawomssu garuu, akkana jedhamee barreeffamee jira, «Onnee kee titti gara sami'ii eennutu baya?» hin jedhin, kun'llee Kristosiin buusu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balchummaan dhugeeffanna'aan dhaggantu ammoo, «Gadhaa keeti keessatti, ‹Eentu ol-gubbaa baya?› hin jedhin; sun, Kiristoos gad fidiisa.