Romans 10:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin, gadhaa keeti keessatti, ‘Eentu qile'etti gad bu'a?’ hin jedhin; sunille, Kiristoos du'a keessaa ol fidiisa” jetti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani eennuti boola keesa seena injed'ina (aka Kristo duisa keesa kaasani).
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yokaan “Eennuutti akka Kiristoo du'a keessaa kaasan boola keessa seenna?” hinjedhinaa jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan garaa kee keessatti, ‹Eentu gadi bu'a?› hin jedhin. Kunillee Kiristoosiin worra du'an keessaa baasu'uuf.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yookiin garaa kee keessatti, ‹Eentu gadi bu'a?› hin jedhin. Kunillee Kiristoosiin du'oota keessaa baasu'uuf.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yookiin onnee kee titti, «Gara siioolii titti eennutu bu'a?» hin jedhin, kun'llee Kristosiin du'aa kaasu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin, gadhaa keeti keessatti, ‹Eentu qile'etti gad bu'a?› hin jedhin; sunille, Kiristoos du'a keessaa ol fidiisa» jetti.