Romans 10:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Goottaa akka te'e, afaan keetiin yoo dhugaa baate, Waaqi du'a keessaa akka isa kaaselle, gadhaa keessatti yoo dhugeeffatte, ati hin fayyita.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini afaani kanketiini, Yesoni Aabbo jette, ammalle aka Waaqi duisa keesaa isa kaase d'ugefatte imbaafamta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin yo afaan kanketiin, Yesus “Aabboo” jettee, ammallee akka Waaqii du'a keessaa isa kaase dhugeeffatte inbaafamta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Gooftaa akka ta'e yoo afaan keetiin ragaa baate, Rabbi worra du'an keessaa akka isa kaase garaa kee keessatti yoo amante hin fayyita.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Gooftaa akka ta'e afaan keetiin yoo ragaa baate, Rabbi du'oota keessaa akka isa kaase, garaa kee keessatti yoo amante hin fayyita.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Gooftaa ta'uu isaa afaan keetiin yoo ragaa baatee fi Waaqinni du'aa akka isa kaase'llee, onnee tee titti yoo amanitte, ni fayyita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Goottaa akka te'e, afaan keetiin yoo dhugaa baate, Waaqi du'a keessaa akka isa kaaselle, gadhaa keessatti yoo dhugeeffatte, ati hin fayyita.