Romans 11:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
akka hin dhaggine ilti isaanii dukkanoottu; goorri isaaniille yenna mara rakko'oon gad gogu” jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti worra ha dukanooftuti, aka lafa ingarre; ammalle gaargali ha dudda worra ch'absuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka lafa hingarre iltii warraa ha dukkanooftuutii; ammallee gaargalii ha yo cufa dudda warraa cabsuuti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji isaaniillee akka hin argine isaanitti haa dukkanaayu; duddi isaaniillee hennaa maraa haa goorratu » jedheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijii isaanillee akka hin argine isaanitti haa dukkanaayu; duddi isaaniillee hennaa maraa haa goorratu jedheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijji isaanii akka hin argineef haa dukkanoofttu, hiin isaanii'llee yeroo maraa rakkinnaan gad haa gogu» jedhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka hin dhaggine ilti isaanii dukkanoottu; goorri isaaniille yennaa mara rakko'oon gad gogu» jedhu.