Romans 11:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani amma isin worra Yihudoota hin te'initti dubbadha: ani ergamaa worra Yihudoota hin te'inii akkuma te'etti, hujii tiyyatti hin boona.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma isani gosa d'ibiti dubbachu jira: haga anini hojattu gosa d'ibi tahu anini huji tiyya inowisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin amma isanii gosa dhibitti dubbachuu jira; anin haga hojjataa gosa dhibii ta'ee hujii tiyya inoowisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinii fi worra Yihuudota hin taanettillee hin dubbadha. Ani haguma worra Yihuudii hin taanee ergamaa ta'e saniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiniif worra Yihuudota hin taaneetillee hin dubbadha. Ani haguma worra Yihuudii hin taanee ergamaa ta'e saniin. Worra fira kiyya ta'an hinaafsisee maal laataa isaan keessaa garii yoo ka fayyisu ta'e jedheeti, tajaajila kiyya kabajja.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma eegaa ka dubbadhu isin ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef, barataa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee akkuma ta'uu kiyyaa titti'llee, tajaajila kiyyaan ulfinnatu natti dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma isin worra Yihudoota hin te'initti dubbadha: ani ergamaa worra Yihudoota hin te'inii akkuma te'etti, hujii tiyyatti hin boona.