Romans 11:14 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gosa tiyya hinaassisee, isii keessaa gariin akka fayyitu godhiisaaf tana godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri gochiti tiyya na qot'ifte kara kanaani anini worra garile baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hegerii gochitii tiyya na qoxxifteetti anin karaa kanaan warra gariillee baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra fira kiyya ta'an hinaafsisee maal laataa isaan keessaa garii yoo ka fayyisu ta'e jedhee tajaajila kiyya kabajja.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee raawwachuun kiyya Yihudota firoota kiyya ka foonii ta'an hinaafsisu'uuf. Haaluma kanaan'llee isaan keessaa tokko tokkoo fayyisu'uuf ni danda'a ta'a jechu'uun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa tiyya hinaassisee, isii keessaa gariin akka fayyitu godhiisaaf tana godha.